avatar
· Views 502
#AUD/CHF#HAADHAA(HARMEE) Yaa harmee teenya kennaa rabbi guddaBadhaasa gammachuu ilma nama hunda hasawee taphachuu akka addaaYoohaa hin jirre namuu garaan isaa ni gadda. x2 Baati sagal guutuu nu ba'atee gara Nu kunnunsitee nu eyde hanga bakka genyu Aannan isii nu obaasaa,Harka isiitin nu nyaachisaa ilmi kiyya maal ta'e maal isa barbaachisa Jetee hedduu isii yaachisaa. x2 Hoggaa ani kute aaaahh jatee riaGaraan isii nahee riaatuun laa dhooyMiidhaa isiirra kan kee kana yaachisaa Garaan isii be

Disclaimer: The views expressed are solely those of the author and do not represent the official position of Followme. Followme does not take responsibility for the accuracy, completeness, or reliability of the information provided and is not liable for any actions taken based on the content, unless explicitly stated in writing.

Reply 0

Leave Your Message Now

  • tradingContest